Original Language
Oromo
ISBN
978-92-9268-174-6 (Maxxansaa)
ISBN (PDF)
978-92-9268-518-8 (PDF)
Number of Pages
182
Reference Number
PUB2023/022/U
Date of upload

21 Feb 2023

Canadian Orientation Abroad Participant Workbook

A pre-departure guide for newcomers to Canada (Oromo)

Hubannoo Kaanaada Biyyaan Alla Yaadanno Hirmaattota
Kajelfama Immaltota gara kaanaadatii haraa dhufaaniffi osoo hinkain dura

Kajelfama Immaltota gara kaanaadatii haraa dhufaaniffi osoo hinkain dura Waa;ee saganticha oddefannoo dabalaa argachuf fulla web (COA) COA web page. Yadannono Hirmattoota, ibsa demesa Biyyya canaadaan dura daawwadha.

Yadannono Hirmattoota, ibsa demesa Biyyya canaadaan dura (COA) Sagantaan jalqabbi addunyaa baqattotaa fi lammummaa kanaadaa (IRCC) Mallaaqaan Gargaaramee fi waggaatti gara bakka 100tti addunyaa guutuutti dhaabbata Godaansa addunyaa (IOM) hojjirra kan ooludha.

Kitaabni hojji hirmaattota Yadannono Hirmattoota, ibsa demesa Biyyya canaadaan dura (COA) odeeffannoo qabatamaa Godaantoota gara kanaadaatti deebiani qubachun issani dura beekuu qaban dhiyeessuun jirreenya issanii haaraa irratti murtoo sirrii tae akka murteessan. Odeeffannoon kitaaba hoji keesssatii argamu affan salphaa fi haala hiika kan dabarsuu fi qabachuuf kan gargarudha Meeshaa Yerroo walgahhi qorattoota qaamanu dhufani duraa fi yeroo godaantoni of qoatan itti fayyadamaniidha,

Kitaabni Hojii Yadannono Hirmattoota, ibsa demesa Biyyya canaadaan dura (COA) kan qophaae Baqattoota immigireeshini fi lammummaa kanaadaa (IRCC) Dhaabbata Michuu alaa kanneen baqattoota ogeessa dirree fi baqattota ofii isaanii gargaaran waliin marriachuun ture.

Kitaabni Hojii kun mata dureewwan akka qophi imala, qubsuma jalqabaa fi jireenya kanaadaa kanneen tajaajila mana jireenyaa fayyaa, qaxarri, barnootaa, Haala qabiinsa maallaqa fii geejjiba kan hammatedha. Itti odeeffannon fayyaa sammuu, namoota dhalootaan kanndaa keessa jiraatan fedhi saalaa adda adda, eenyummaa fi ibsa saalaa amala saala saalaa aaakasumas oddeeffannoo waaeen namoota qaama miidhamtoota taan of keessa qaba. Akkasumass kutaa lama tauu affaanii kan Kanaadaa fi odeeffannoo waaee hawaasa Affan faransaayii Guutummaatti kittabni hojji qabiyyee adda addummma, mirgaa fi itti gaafatamumma seera maatti fi seera aadaa irratti hammatameera.

For more information about the programme, please visit the COA web page.

The Canadian Orientation Abroad (COA) programme is a global initiative funded by Immigration, Refugees and Citizenship Canada (IRCC) and implemented worldwide by the International Organization for Migration (IOM) in about 100 locations annually.

The COA Participant Workbook presents practical information that refugees need to know before they resettle to Canada, so they can make informed decisions about their new life. Information contained in the workbook is presented in simple language and in a visual manner that both conveys meaning and aids in retention. It is a tool used during in-person pre-arrival orientation sessions and during refugees’ self-study.

The COA Participant Workbook was developed in consultation with IRCC, external partner organizations who assist refugees, field experts and refugees themselves.

The workbook covers topics, such as travel preparation, initial settlement and life in Canada, which includes services, housing, health, education, employment, budgeting and transportation. It contains tailored information on mental health, Indigenous Peoples in Canada, diverse sexual orientation, gender identity and expression, sexual characteristics, as well as information about people with disabilities. It also includes a section on the linguistic duality of Canada and information about Francophone communities. Throughout the workbook, content on diversity, rights and responsibilities, family law and cultural norms is included.

  • Qaajeelfama haala ittiin fayyyadama koodii QR
  • Mallattowwan
  • Dalagaawwan
  • 1. Haala Biyya Kaannadaa
  • 2. Adeemsa
  • 3. Deggersa fi Tajaajila
  • 4. Mana Jireenyaa
  • 5. Fayyaa
  • 6. Barumsa
  • 7. Qaccarrii
  • 8. Haala Qabiinsa Maallaqaa  
  • 9. Geejjiba